Back

Baankiin Oromiyaa kanfaltoonni gibiraa

Baankiin Oromiyaa kanfaltoonni gibiraa, gibirasaanii karaa online akka kanfalaniif Ministera Galiiwwanii waliin waliigaltee mallatteesse.

Adeemsa Kanfaltii gibiraa ammayyeessuufi dhaqqabummaa kanfaltoota gibiraa guddisuuf walii galteen mala elektroniksiin gibira kanfaluu kun shoora olaana qaba.

የኦሮሚያ ባንክ የታክስ ክፍያን በኤሌክትሮኒክስ ዘዴ ለመሰብሰብ ከገቢዎች ሚኒስቴር ጋር ስምምነት ተፈራረመ።

የታክስ አሰባሰቡን ይበልጥ ዘመናዊ እና ተደራሽ ለማድረግ እንዲሁም ደንበኛውም በኦንላይን በየትኛውም ጊዜና ቦታ ሆኖ ግብሩን መክፈል እንዲችል አሰራሩ ያግዘዋል።

admin
admin
https://www.oromiabank.com

1 comment

Comments are closed.